Romans 4:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
nu'ulle'eef barreeffame. Nu worra Waaqa Goottaa keenna Yesuus du'aa kaasetti dhugeeffannuufille, dhugeeffannaan teenna balchumma'atti nu'uuf hin lakkowanti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo maro teennale ya t'aafani, nu ka Waaqa, Yeso Aabbo keenna duisa keesaa kaase d'ugefannule d'uga heregani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo marroo teennaallee ya barreessan, nuu Waaqaa Yesus Aabboo keennaa du'a keesaa kaase dhugeeffannuulle qajeelummaa herregan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka waan cubbuu keennaatiif dabarfamee kenname ka qajeelaa nu taasisu'uuf du'aa ka'e, Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin ka du'aa kaaseetti worra amannuullee hin laakkayama jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka waan cubbuu keennaatiif dabarfamee kenname ka qajeelaa nu taasisu'uuf du'aa ka'e, Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin ka du'aa kaaseetti worra amannuullee hin laakkayama jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
nu'llee dabalataan, Gooftaa keenna Yesusiin Waaqa du'aa kaaseenitti worra amannu nu'uuf'llee, amantiin keenna qulqullaawomaa ta'ee nuuf ni lakkaayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nu'ulle'eef barreeffame. Nu worra Waaqa Goottaa keenna Yesuus du'aa kaasetti dhugeeffannuufille, dhugeeffannaan teenna balchumma'atti nu'uuf hin laakkowanti.