Romans 4:25 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus sababa cubbuu teennaatiif du'aaf dabarfamee kennamee, nu balchoonsiisaaf du'aa k'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro daba keennatiifi isa ijeesani, ammalle aka d'uga nu hereganiifi isa kaasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo cubbuu teennaatiif isa ijeessan, ammallee akka qajeelummaa nuu herreganiif isa kaassan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan keenna Yesusiin kun'llee waayee cubbuu keennaatiif du'aaf dabarffamee ka kennamee fi nu'llee qulqullaayomssu'uuf, du'aa ka ka'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus sababa cubbuu teennaatiif du'aaf dabarfamee kennamee, nu balchoonsiisaaf du'aa ka'e.