Romans 4:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Waaqi hujii dansaa malee balchoonsu, nama badhaadhe akka te'e Daawwitille dubbatee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Daudiini waan gammada nama Waaqi huji male d'uga hereguufi dubbate, inni aka jed'e:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii adoo waan seerii ajajuu hin hojjatin Waaqii qajeelummaa herreguuf, gammachuu akka qabuu Daawit la dubbatee:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbi uduu inni hujii mishaa hin hojjatin qajeelaa taasisuun sun ka eebbifame akka ta'e Daawiti akkana jedhee dubbate,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Rabbi uduu inni hujii mishaa hin hojjatin qajeelaa taasisuun sun ka eebbifame akka ta'e Daawiti akkana jedhee dubbate,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Daawiit'llee karaa isaatiin Waaqinni hujii misha'aan alatti naminni Waaqinni isa qulqullaawomssu, hagam ka eebbifame ta'uu isaa yoo ibisu, akkana jedhee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Waaqi hujii dansaa malee balchoonsu, nama badhaadhe akka te'e Daawitille dubbatee,