Romans 4:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Worri yakkaa isaaniitiif araarri kennamee fi cubbuun isaaniille haqanteef ka badhaadhe!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana worra daba isaani araaramanifi wollaala isaani biraa deemanifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Warrii cubbuu isaanii araaramaniifii wallaala isaanii biraa deemaniif ka eebbifame;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worri yakki isaanii dhiifameef, worri cubbuun isaaniillee haqameef, worra eebbifame!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Worri yakki isaanii dhiifameef worri cubbuun isaaniillee haqameef worra eebbifame!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Balleessaan isaanii ka isaanii dhiifamee fi namoonni cubbuun isaanii isaaniif dhabamsiifame, ka eebbifaman!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worri yakkaa isaaniitiif araarri kennamee fi cubbuun isaaniille haqanteef ka badhaadhe!