Romans 4:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Goottaan cubbuu isaa itti hin laakkonne ka badhaadhe” jedheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana nama Waaqi daba isaa iti inherenne!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
warrii Waaqii cubbuu isaan itti hin herrenne ka eebbifame” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Gooftaan cubbuu isaa itti hin laakkoofne ka eebbifame!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Gooftaan cubbuu isaa itti hin laakkoofne ka eebbifame!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni Waaqinni cubbuu isaa itti hin laakkofnne, ka eebbifame!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Goottaan cubbuu isaa itti hin laakkonne ka badhaadhe» jedheera.