Romans 5:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf, eega dhugeeffanna'aan Waaqa duratti balchoonne, karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristootiin Waaqa woliin nageya qanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan maro d'ugefachatifi d'uga nu hereganiifi nu amma Waaqaani wolti nagaya qamna, maro Aabbo keenna Yeso Kristotiifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf waan marroo dhugeeffachaatif qajeelummaa nuu herreganiif marroo Aabboo keenna Yesus kiristootiif nu amma Waaqaa waliin nagayaa qamna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu amanti'iin yoo qajeellota taane, karaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin Rabbiin woliin nagaya haa qabaannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu amanta'aan yoo qajeellota taane, karaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin Rabbiin woliin nagaya haa qabaannuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa nu'u qulqullaawoma ka arganne amanti'iin waan ta'eef, Gooftaa keenna Yesus Kristosiin, Waaqaan woliin nagaya ni qabnna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, eega dhugeeffanna'aan Waaqa duratti balchoonne, karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin Waaqa woliin nageya qanna.