Romans 5:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti diinota Waaqaa ti; inni ammoo karaa du'a Ilma ifiitiin jaalota ifii nu godhe. Amma eega jaalota Waaqaa teene, karaa jiruu Kiristoosiitiin irra caalaa hin fayyina.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu duri nyaapa Waaqaati, ammo inni duisa Ilma ufitiini jaalaani nu tolfate. Amma nu jaalaani Waaqaati, tanaafi jireenni Kristo hagasi ira nu baasa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu durii nyaaphaa Waaqaati, ammoo innii ya du'a ilma ufitiin jaallaan nu tolfate. Amma nu jaallaan Waaqaatii, tanaaf jireennii Kiristoo hagasi irra nu baasa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu uduu diintota Rabbii taaneerru, du'a Ilma ufiitiin Rabbiin wolitti yoo araaramne, caala'atti ammo haga araaramneen maayii jireenna isaatiin hin fayyina.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu uduu diintota Rabbii taaneerru, du'a Ilma ufiitiin Rabbiin wolitti yoo araaramne, caala'atti ammo haga araaramneen maayii jireenna isaatiin hin fayyina.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u diinota Waaqaa taanee uduu jirru, du'a Ilma isaatiin Waaqa woliin araaraminnee jirra, amma Waaqaan woliin eega araaraminneen duubatti karaa jireenna Ilma isaatiin, caala'attuu ni fayyina.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti diinota Waaqaa ti; inni ammoo karaa du'a Ilma ifiitiin jaalota ifii nu godhe. Amma eega jaalota Waaqaa teene, karaa jiruu Kiristoosiitiin irra caalaa hin fayyina.