Romans 5:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tana qofa adoo hin te'in, karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii ittiin Waaqa woliin araaranneetille'een, Waaqaan ifi hin janya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana ch'allaaniti; nu maro Aabbo keenna Yeso Kristotiifi Waaqa keesa gammanna, ka amma jaalaani Waaqa nu tolche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana callaanitii, nu marroo Aabboo keenna Yesus Kiristootiif Waaqaa gula gammanna, ka amma jaallaan Waaqaa nu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana calla'aa miti; araara amma arganne ammo karaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin Rabbiin uf janya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana calla'aa miti, haata'uu ammoo araara amma argane karaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin Rabbiinillee uf janya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana qofa'llee uduu hin ta'in Waaqaan woliin araara ka itti arganne karaa Gooftaa keenna Yesus Kristositiin'llee, Waaqaan ufi ni dhadinna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana qofa adoo hin te'in, karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii ittiin Waaqa woliin araaranneetille'een, Waaqaan ifi hin jajna.