Romans 5:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo Seerri Muuse'ee hin kennamin dura cubbuun biyya lafaa irra jirtiiyyuu; te'uu malee addee Seerri hin jirretti, cubbuun akka cubbu'uutitti hin laakkowantu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato seerale imbaasiini dabi lafa jira, ammo maro seeri injirreefi daba namati inheregani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atoo seeraallee hinbaasiin cubbuun lafa jirti, ammoo fulaa seerii hin jirreef cubbuu namaatti hinherregan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri uduu hin dhufneen duratti, cubbuun biyya lafaa irra waan jirtuuf. Haa ta'uu ammo hennaa seerri hin jirree cubbuun hin laakkayamu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Seerri uduu hin dhufneen duratti, cubbuun biyya lafaa irra waan jirtuuf. Haata'uu ammoo hennaa seerri hin jirree cubbuun hin laakkayamu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Seerri Muse'ee kennamu'uun duranatti cubbuun biyya lafaa keessa ni ture, haa ta'u malee seerri bakka hin jirretti cubbuun mataan isaatuu akka cubbu'uu titti hin lakkaayamu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo Seerri Muuse'ee hin kennamin dura cubbuun biyya lafaa irra jirtiiyyuu; te'uu malee addee Seerri hin jirretti, cubbuun akka cubbu'uutitti hin laakkowantu.