Romans 5:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kiristoos gara badhaadha Waaqaa, ka amma ittiin dhaabbanee jirru kanaa nu fideera; nuutille addii ulfinna Waaqaa ittiin qoodannuun ifi janya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ya d'ugefacha teennaani, eeba Waaqaatiini nuu d'ufe, ta nu amma keesa jiru tana. Nu maro abdi, aka guddinna Waaqa qoodannu qamnuufi gammanna!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ya dhugeeffachaa teennaan, eebba Waaqaa, ta nu amma keessa jiru tanaan nuun dhufe; nu marroo abdii, akka guddinna Waaqaa qoodannu qamnuuf gammanna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nullee akkasuma isaan gara badhaadha kanaa amanti'iin galuu arganneerra. Kanaaf nullee abdii ulfinna Rabbiitiin boonna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nullee akkasuma isaan gara badhaadha kanaa amanta'aan galuu arganneerra. Kanaaf nullee abdii ulfinna Rabbiitiin boonna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garana gara amma amanti'iin jabaannee itti argaminnu gara kennaa isaa ka bilisaa kanatti ka aseenne isaan waan ta'eef, abddi'iin qoodamtoota ulfinna Waaqaa ta'uu keennaan, ufi ni dhaanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kiristoos gara badhaadha Waaqaa, ka amma ittiin dhaabbannee jirru kanaa nu fideera; nuutille addii ulfinna Waaqaa ittiin qoodannuun ifi jajna.