Romans 5:21 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre, akkuma cubbuun karaa du'aatiin moote, badhaadhi Waaqaalle karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, gara jiruu bara baraa nu geessiisaan balchumma'aan mooya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi akuma dabi maro duisatiifi nama mohate, akasuma eebiti Waaqaleeni maro d'ugatiifi nama mohatte maro Yeso Kristo Aabbo keennatiifi jireenna nuu kenniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf akkuma cubbuun marroo du'aatiif nama moohate, akkasuma eebbitii Waaqaalleen marroo dhugaatiif nama moohattee, marroo Yesus Kiristoo Aabboo keennaatiif jireenna nuu kenniti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee ka ta'eef waayee du'aatiin cubbuun akkuma mootome maratti, akkuma kana karaa Gooftaa keenna Yesus Kristositiin jireenni bara baraa akka argamuuf, kennaan Waaqaa ka bilisaa qulqullaawoma kennu'uun, ni mootoma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre, akkuma cubbuun karaa du'aatiin moote, badhaadhi Waaqaalle karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, gara jiruu bara baraa nu geessiisaan balchumma'aan mowa.