Romans 5:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tana qofaan adoo hin te'n, rakkinni ciniinnatanee ossiisa akka nu'uu fidu waan beennuuf, rakkinna keennalle'een ifi janya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keenna keesaleti ingammanna, waan nu aka gaargali obsaani d'ufu beennuufi;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu wan akka gargalii obsaan dhufuu beennuuf gaargala keenna keessaalleetti ingammanna;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana calla'aa miti, haa ta'uu ammo rakkinni obsa, obsillee ataabee, ataabeenillee abdii akka namaa godhu beeka'aa rakkinna keennaanillee uf janya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana calla'aa miti, haata'uu ammoo rakkinni obsa, obsillee ataabee, ataabeenillee abdii akka namaa godhu beeka'aa rakkinna keennaanillee uf janya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana qofaan uduu hin ta'in rakkinni obissa akkuma nuuf argamisiisu waan beekinuuf, rakkinna keennaan'llee ufi ni dhaanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana qofaan adoo hin te'in, rakkinni ciniinnatanee ossiisa akka nu'uu fidu waan beennuuf, rakkinna keennalle'een ifi jajna.