Romans 5:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nama addee nama balcha'a du'u dhaggatiis guddoo rakkisa'a; te'ulle nami addee nama dansa'a du'iisaaf fedhu dhaggamuu fa dande'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan guddo d'ibaati, aki nami maro nama d'ugatiifi duu. Hegeri nami toko maro nama dansaatiifi ufi baase dua.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkii namii marroo nama dhugaatiif jedhee du'uu waan guddoo dhibaati. Hegerii namii tokko marroo nama dansaatiif ufi baasee du'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan nama qajeela'aatiif ka du'u arguun guddaa rakkisa. Nama arja'aaf ka du'uu uggu maal laataa hin argama ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan nama qajeela'aatiif ka du'u arguun guddaa rakkisa. Nama arja'aaf ka du'uu uggu maal laataa hin argama ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakka nama qulqullaawomaat bu'ee nama du'u argachuun haalaan rakkisa'a, ta'u'llee bakka nama misha'aa du'u'uuf ka uggu, yookiin ni argama ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama addee nama balcha'a du'u dhaggatiis guddoo rakkisa'a; te'ulle nami addee nama dansa'a du'iisaaf fedhu dhaggamuu fa dande'a.