Romans 5:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo adoo nuuti cubbaaleyyi'iituu Kiristoos addee teenna du'eera; kunille jaalalli Waaqi nu'uuf qabu attam attam guddaa akka te'e mudhisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi ya jaalala ufi nu agarsiise; ato nu daba keesa jirru Kristoni nuu jed'e due!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii ammoo ya jaalala ufii nu garsiisee, adoo nu cubbuu keessa jirruu Kiristoon nuu jedhee du'e!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo uduma nu cubbamtoota taaneerru Kiristoos waan keennaaf waan du'eeruuf; kun jaalala Rabbi nuuf qabu mudhisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammo uduma nu cubbamoota taaneerru Kiristoos waan keennaaf waan du'eeruuf; kun jaalala Rabbi nuuf qabu mudhisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu nu'u cubbamoota taanee uduu jirru, Kristos bakka keenna du'ee jira. Kun'llee Waaqinni nuu'uuf jaaltichi qabu hagam ol aanaa ta'uu isaa, ni hubachiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo adoo nuuti cubbaaleyyi'iituu Kiristoos addee teenna du'eera; kunille jaalalli Waaqi nu'uuf qabu attam attam guddaa akka te'e mudhisa.