Romans 6:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona maan jenna ree? Badhaadhi Waaqaa akka bacatuuf ittuma cubbuu hunyaa ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maani jenna re? Aka eebiti Waaqa iti guddattu daba keesa teenna?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maan jenna ree? akka eebbitii Waaqaa itti guddattu cubbuu keessa teennaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu maal jenna ree? Badhaadhumaan Rabbii akka baay'atu cubbuu keessa haa jiraannuu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu maal jenna ree? Badhaadhumaan Rabbii akka baay'atu cubbuu keessa haa jiraanuu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa maal jenna ree? Kennaan Waaqaa ka bilisaa akka baayi'atuuf cubbu'uun jabaannee haa jiraannuu ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona maan jenna ree? Badhaadhi Waaqaa akka bacatuuf ittuma cubbuu hunyaa ree?