Romans 6:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni yennaa du'e akka cubbuun isa irratti hunna hin qabaanneef, takkummaan yenna maraaf du'e; ammalle yennaa jiru'uun le'u, Waaqaaf le'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dooti inni due guyya tokotu gara dabaatiini due; jireenni hareesi inni qabu gara Waaqaatiini jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii du'a tokkoo callaa marroo cubbuutiif du'e; jireenna isaa ka amma qabu ammoo Waaqaaf jiraata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Du'a hennaa tokko raawwatee, cubbu'uuf waan du'eef ka jireennaan jiraatu ammo Rabbiif jiraata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Du'a hennaa tokko raawwatee, cubbu'uuf waan du'eef ka jireennaan jiraatu ammoo Rabbiif jiraata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni yeroo du'etti cubbuun isa irratti aangoo akka hin qabaanneef haala irra deebii hin qabnneen yeroo tokko du'ee jira, amma'llee lubbu'uun yoo jiraatu Waaqaaf ni jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni yennaa du'e akka cubbuun isa irratti hunna hin qabaanneef, takkumaan yennaa maraaf du'e; ammalle yennaa jiru'uun le'u, Waaqaaf le'a.