Romans 6:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nafa keessan keessaa addee takkaalle meya jallu'uu gootanee cubbu'uuf hin dhikeessina'a; ammoo akka worra du'a keessaa bayee gara jiru'uu dhufee, Waaqaaf ifi dhikeessa'a; nafa keessan duudii meya balchumma'aa godha'aatii Waaqaaf dhikeessa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani mita nafa keesani tokole dabati illakisina, aka waan hamtuuni intolchine. Ammo Waaqaa ufi kenna, aka nama duisa keesaa jireennati kaasani, ammalle mita nafa keesani ch'ufa aka huji dansaani tolchani baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yokaan mittaa nafa keessanii tokkollee cubbuutti hinlakkisinaa! Ammoo akka waan hamtuun hintolchine, Waaqaa ufi kenna, akka nama du'a keessaa jireennatti kaassan, ammallee mittaa nafa keessan cufa akka hujii dansaan tolchan baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nafa keessan keessaa hulee tokkollee mi'a hammeennaa gootanii cubbu'uuf hin dhiyeessinaa'a, haa ta'uu ammo du'oota keessaa baatanii jireennaan akka jiraattan Rabbiif uf dhiyeessaa'a, nafa keessan maraa mi'a lolaa ka qajeellumma'aa taasisa'aatii Rabbiif dhiyeessaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nafa keessan keessaa hulee tokkollee mi'a hameenaa gootanii cubbu'uuf hin dhiyeesinaa'a, haata'uu ammoo du'oota keessaa baatanii jireenaan akka jiraatan Rabbiif uf dhiyeessaa'a, nafa keessan mara mi'a lolaa ka qajeellumma'aa taasisa'aatii Rabbiif dhiyeessaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana kutaalee qaama keessanii meeshaa hujii hama'aa taasfttanii, cubbu'uuf akka bitamu hin taasisinaa, garuu du'aa kaatanii jiraattota akka taatan taasisu'uun mataa keessan Waaqaaf dhiyeessaa, kutaalee qaama keessan maraa'llee meeshaa qulqullumma'aa taasfittanii, Waaqaaf bitamisiisaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nafa keessan keessaa addee takkaalle meya jallu'uu gootanee cubbu'uuf hin dhikeessina'a; ammoo akka worra du'a keessaa bayee gara jiru'uu dhufee, Waaqaaf ifi dhikeessa'a; nafa keessan duudii meya balchumma'aa godha'aatii Waaqaaf dhikeessa'a.