Romans 6:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin dur garboota cubbu'uu ti; amma ammoo barumsa fudhattaneef gadhaa guutu'uun waan ajajantaneef, Waaqi galatoomu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo galati Waaqa imbadiini! Duri isani tissele dabaati, ammo amma garaa keesani ch'ufaani barsiisa argattani ch'ufa guutani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo galatii Waaqaa hinbadiin! Isan durii tisseellee cubbuuti, amma ammoo garaa keessan cufaan barsiisa argattan cufaa ya guuttan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo dursitanii yoo garboota cubbu'uu taatan, barumsa kennamtaniitiif qalbii teessan keessaa waan ajajamtaniif cubbuu jalaa bilisa baatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo dursitanii garboota cubbu'uu yoo taatan, barumsa kennamtaniitiif, qalbii teessan keessaa waan ajajamtaniif, cubbuu jalaa bilisa baatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin durssitanii garboota cubbu'uu ni turttan, amma garuu barnnoota fudhattaniif onne'een ajajamuu keessaniin, Waaqaaf galanni haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dur garboota cubbu'uu ti; amma ammoo barumsa fudhattaneef gadhaa guutu'uun waan ajajantaneef, Waaqi galatoomu.