Romans 6:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Cubbuu jalaa baatanee garboota balchumma'aa teetaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daba jalaa baattani tissele d'uga taatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Cubbuu jalaa baattanii ya tisselee dhugaa taatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qajeellumma'aaf waan bitamtaniif Rabbiin galanni haa gayu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qajeelluma'aaf waan bitamtaniif Rabbiin galan haa gayu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garbummaa cubbu'uu jalaa bilisa baatanii, tajaajilttoota qulqullaawomaa taatanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cubbuu jalaa baatanee garboota balchumma'aa teetaneertan.