Romans 6:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waawwo'o! Nu worri cubbuu jalaa duune, attam cubbuma jala jiraanna ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyo, akasiiniti! Nu gara dabaatiini ya doone, akami yoosi haga jirru ch'ufa daba keesa teenna?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
hinyo, akkasiiniti! Nu warrii cubbuun dhumatee, akkam haga jirru cufaa cubbuu keessa teenna ree?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wa'a! hin ta'u; nu worri cubbuu jalaa duune, ammaa achi attamitti cubbuu jala jiraanna ree?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waa hin ta'u; nu worri cubbuu jalaa duune, ammaa achi attamitti cubbuu jala jiraanna ree?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Miti! nu'u haga waan du'aan fooyamu'uu titti cubbuu irraa ka fooyaminne taanee uduu jirru, attamitti cubbu'uun jabaannee jiraanna ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waawwo'o! Nu worri cubbuu jalaa duune, attam cubbuma jala jiraanna ree?