Romans 6:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo cubbuu jalaa baatanee garboota Waaqaa waan teetaneef woyyumma hin dhaggatan; muummeen woyyumma'aalle jiruu bara baraa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma isani ya daba jalaa baatani tissele Waaqaa taatani; maro waan kanatifi amma jireenni keesani ch'ufti qulqullo, eegi tana jireenna hegeri argattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo amma isan ya cubbuu jalaa baatanii tisseelee Waaqaa taatan; marroo waan kanaatiif amma jireennii keessan cuftii qulqulloo, eegii tana jireenna hegerii in argattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma ammo cubbuu jalaa bilisa baatanii Rabbiif ajajamtanii, worra daraaraa woyyumma'aa qabu. Innillee dhuma jireenna bara baraati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma ammoo cubbuu jalaa bilisa baatanii Rabbiif ajajamtanii, worra daraaraa woyyumma'aa qabu. Innillee dhuma jireenna bara baraa ti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu garbrummaa cubbu'uu jalaa bilisa baatanii jirttan, tajaajilttoota Waaqaa ta'uu keessaniin qulqullaayomaa ni argattan, muummeen Qulqullummaa'llee jireenna bara baraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo cubbuu jalaa baatanee garboota Waaqaa waan teetaneef woyyummaa hin dhaggatan; muummeen woyyumma'aalle jiruu bara baraa ti.