Romans 6:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nu worri Yesuus Kiristoos woliin tokko te'iisaaf cuuphanne maraa, du'a isaalle qoodamiisaaf akka cuuphanne hin beettanuu ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan kana imbeetaniniti? Gaafa nu Kristo Yeso keesa batifamne duisa isaa keesa batifamne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaan akka nu warrii Kiristoo Yesusiitti idaamuuf cuuphamne, du'a isaalleetti idaamuuf cuuphamne, inbeettaniinitii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mo'o Kiristoos Yesuusiin woliin tokko akka taanu nu worri cuuphamne maruu du'a isaa woliin tokko ta'u'uuf akka cuuphamne hin beettanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mo'o Kiristoos Yesuusiin woliin tokko akka taanu nu worri cuuphamne maruu, du'a isaa woliin tokko ta'u'uuf akka cuuphamne hin beetanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Kristositiin woliin tokko ta'u'uuf worri cuuphamnne marrinuu, qoodamtoota du'a isaa'llee ta'u'uuf cuuphamuu keenna hin beekittan moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nu worri Yesuus Kiristoos woliin tokko te'iisaaf cuuphanne maraa, du'a isaalle qoodamiisaaf akka cuuphanne hin beettanuu ree?