Romans 6:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa cuuphamaan isa woliin awwaalanne, worra du'a isaalle qoodamu teeneerra; tanaaf akkuma Kiristoos ulfinna Abba'aatiin du'aa ka'e, nuutille jiruu haareyaan hin jiraanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Batiso teennaani nu isa woliini doone awaalamne, aka, akuma guddinna Abbatiini Kristo duisa keesaa kaasani, nuleeni jireenna haraani jiraannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Cuuphama keennaan nu isa waliin doonee awwaalamne, akka akkuma guddinna Abbatiin Kiristoo du'a keessaa kaassan, nulleen jireenna haraan jiraannu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu Kiristoos akkuma ulfinna Abba'aatiin du'aa ka'e nullee akkasuma jireenna haarawa keessa akka jiraannu, du'aan isa woliin tokko akka taanu cuuphamu'uun isa woliin awwaalamneerra.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu Kiristoos ulfinna abba'aatiin du'aa akkuma ka'e nullee akkasuma jireenna haarawa keessa akka jiraannu, du'aan isa woliin tokko akka taanu cuuphamu'uun isa woliin awwaalamneerra.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Cuuphamaan isa woliin yeroo awwaalaminnetti qoodamtoota du'a isaa'llee taanee jirra, kanaaf Kristos ulfinna Waaqa Abba'aatiin du'aa akkuma ka'e, nu'llee jireenna haarawaan ni jiraanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa cuuphamaan isa woliin awwaalanne, worra du'a isaalle qoodamu teeneerra; tanaaf akkuma Kiristoos ulfinna Abba'aatiin du'aa ka'e, nuutille jiruu haareyaan hin jiraanna.