Romans 6:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Du'a isaatiin yoo akkas isa woliin tokko teene, du'aa ka'iisa isaatille'een isa woliin tokko hin teena.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo duisa isaatiini nu isaani takaa taane, kaisa isaaleeni takaa taana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu yo du'a isaatiin isaan takkaa taanee, akkasuma du'aa ka'iisa isaalleen isaan takkaa taana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Du'a du'a isaatiin wol fakkaatuun isa woliin yoo wol taane, akkasuma du'aa ka'iinsa du'aa ka'uu isaa fakkaatuunillee tokko taana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Du'a du'a isaatiin wol fakkaatuun isa woliin yoo wol taane, akkasuma du'aa ka'iinsa du'aa ka'uu isaa fakkaatunillee tokko taana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Du'aan isaatiin isa woliin akkana tokko yoo taane, akkuma kana du'aa ka'iinssaan isaatiin'llee, isa woliin tokko ni taana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Du'a isaatiin yoo akkas isa woliin tokko teene, du'aa ka'iisa isaatille'een isa woliin tokko hin teena.