Romans 6:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona yoo Kiristoos woliin duune, isa woliin jiru'uun akka leenu hin dhugeeffanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nu Kristo woliini doone ind'ugefanna aka isa woliini jiraannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu yo Kiristoo waliin doonee akka isa waliin jiraannu indhugeeffana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu yoo Kiristoosiin woliin duune isa woliin akka jiraannu hin amanna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu Kiristoosiin woliin yoo duune isa woliin akka jiraannu hin amana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa Kristosiin woliin duunee isaan woliin lubbu'uun akka jiraannu, ni amanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona yoo Kiristoos woliin duune, isa woliin jiru'uun akka leenu hin dhugeeffanna.