Romans 6:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kiristoos waan du'aa ka'eef, deebi'ee akka hin duunee fi duutille isa irratti baallii akka hin qanne hin beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu imbeenna, aka Kristoni duisa keesaa kae, iti deebie indoone, duisi iti deebie gara isaati jabeenna inqabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka Kiristoon du'a keessaa ka'ee, itti deebi'ee hindoone, akka dooti itti deebitee gara isaati jabeenna hinqamne nu inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoos du'aa ka'ee duranaa akka hin duune, duutillee uf afoo akka isa irratti mirga hin qabne waan beennuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoos du'aa ka'eet duranaa akka hin duune, duutillee uf afoo akka isa irratti mirga hin qabne waan beennuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristos sababa du'aa ka'uu isaatiin deebi'ee akka hin duunee fi duuti'llee isa irratti aangoo akka hin qabnne, ni beekinna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kiristoos waan du'aa ka'eef, deebi'ee akka hin duunee fi duutille isa irratti baallii akka hin qanne hin beenna.