Romans 7:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Ani worra seera beekuuf dubbadha. Seerri haga nami jiru'uun jiru qofa nama irratti baallii qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan anini jechu fed'u inuma beetani, oboleyaani tiyya, isaniini ch'ufti seerale imbeetani: Seeri haga nami jiru ch'alla jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan tiyya isan waan anin jechuu fedhu inuma beettan, isaniin cuftii seeraallee inbeettan: seerii haga namii jiru callaa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Worra seera beekanitti dubbadha. Namni bara jireenna isaa maraa seerri akka isa bitu hin beettanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obbolewwan tiyya! Worra seera beekanitti dubbadha. Namni bara jireenna isaa maraa seerri akka isa bittu hin beettanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Kana hin beekittan ree? Ka dubbadhu namoota seera beekaniif, seerri nama irratti aangoo ka qabaatu haguma naminni lubbu'uun, jiru qofaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Ani worra seera beekuuf dubbadha. Seerri haga nami jiru'uun jiru qofa nama irratti baallii qaba.