Romans 7:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani waan godhu hin hubadhu; ani waan godhiisaaf barbaadu hin gohu, ammoo waan jibbu godha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan tolchu imbeekhu; wonti akanatiifi anini waan tolchu fed'u intolchu, ammo waan tolchu imfeene tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan tolchu hinbeeku; wantii akkanaatiif anin waan tolchuu fedhu hintolchuu, ammoo waan tolchuu hinfeene tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan godhu waan hin beenneef woma jibbu san godha; ta'ullee ka jaaladhu san hin godhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan godhu waan hin beeneef woma jibbu san godha; ta'ullee ka jaaladhu san hin godhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani waan raawwadhu hin beeku, waan jaaladhu raawwachuu dhiisee, waan jibbu ni raawwadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan godhu hin hubadhu; ani waan godhiisaaf barbaadu hin godhu, ammoo waan jibbu godha.