Romans 7:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre ani Seerri hujii irra ooluun dhagga; ani yennaa waan dansaa godhiisaa barbaadu, seerri namumma'aa akka ani hantuu qofa godhu na tolcha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini aka seeri kuni huji hojatu inarga: yo anini waan dansa tolchu fed'u waan hamtu ch'allati nati gadi baha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf anin akka seerii kun hujii hojjatu inarga; yo anin waan dansaa tolchuu fedhuu waan hamtuu callaatti natti gadbaha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu uduu waan mishaa godhuu jaaladhu, seerri namumma'aa akka ani waan hamaa huju na taasisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu waan mishaa godhuu uduu jaaladhu, seerri namumma'aa akka ani waan hama huju na taasisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf seerri hujii irra oolee ni arga, waan mishaa raawwachuu yoo barbaadu, waan hamaa raawwachu'uuf ni dirqama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani Seerri hujii irra ooluun dhagga; ani yennaa waan dansaa godhiisaa barbaadu, seerri namumma'aa akka ani hantuu qofa godhu na tolcha.