Romans 7:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo, Seera nu hidheeru jalaa duunee, hidhaansa isaa jaalaa baaneerra. Tanaaf haganaa achi karaa haareya Ayyaanaatiin malee, karaa Seera dullacha barreeffameeruutiin hin tajaajillu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma nu Seera jala injirru, maro nu gara waan duri nu hid'eeni dooneefi. Ituma deebine seera t'aafani ka duri jala inteennu, ammo kara haraa ka Lubbutiini teenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma ammoo seera jalaa hinjirru, marroo waan durii nu hidheen dooneef. Ituma deebinee seera barreessan ka durii jala hinteennu, ammoo karaa haraa hafuuraatiin teenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma ammo isaa ka itti hidhamnee fi waan seera nu hidheeru jalaa duuneef, seera san irraa hiikkamneerra. Kanaafuu jireenna Ayyaana haarawaatiif bitamna malee, jireenna moofaa qube'eetiinii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma ammoo isaa ka itti hidhamnee fi waan seera nu hidheeru jalaa duuneef, seera san irraa hiikkamneerra. Kanaafuu jireenna Ayyaana haarawaatiif bitamna malee, jireenna moofaa qube'eetiinii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu seera nu hidhee ka ture san irraa haga fooyamu'uu titti waan fooyaminneef hidhamiinssa seeraa jalaa bilisa baanee jirra, kanaaf ammaa achitti ka tajaajillu qajeelffama hafuura haarawaatiin malee, durssee ka barreeffameen qajeelffama seera moofa'aatiinii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo, Seera nu hidheeru jalaa duunee, hidhaansa isaa jalaa baaneerra. Tanaaf haganaa achi karaa haareya Ayyaanaatiin malee, karaa Seera dullacha barreeffameeruutiin hin tajaajillu.