Romans 8:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin Ayyaana ilmoomaa ka, “Abba'a! Abbaa keenna!” jettanee waantanuun fudhattane malee, soda'aan akka leetanuuf ayyaana ammalle isin garboonsu hin fudhanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni Waaqi isanii kenne sunini tisse isani intolchitu ammalle isani insodaachiiftu; ammo Lubbuuni ilmaani Waaqa isani tolchiti, ammalle jabeenna Lubbutiini Waaqati boonne, Aabbo, Aabbo jenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuurii Waaqii isanii kenne sunin tisse isan hintolchuu; ammallee isan hinsodaachisuu, ammoo hafuurii ilmaan Waaqaa isan tolcha, ammallee jabeenna hafuuraatiin Waaqaatti boonne, “Aabbo, Aabbo” jenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee Ayyaana ilmumma'aa ka Aabba! Aabbaa! jennee ittiin waamnu argattan malee deebitanii Ayyaana soda'aatii fi garbumma'aa hin arganne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee Ayyaana ilmumma'aa ka Aabba Aabbaa jennee ittiin waamnu argattan malee, deebitanii Ayyaana soda'aatii fi garbumma'aa hin arganne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf, «Abbaa, yaa Abbaa keenna!» jettanii ka ittiin waamittan, hafuura finnumma'aa ni fudhattan malee, soda'aan jiraachu'uuf deebitanii hafuura garbumma'aa hin fudhanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin Ayyaana ilmoomaa ka, «Abba'a! Abbaa keenna!» jettanee waantanuun fudhattane malee, soda'aan akka leetanuuf ayyaana ammalle isin garboonsu hin fudhanne.