Romans 8:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Seerri Ayyaana Woyyichaa, ka jiruu kennu karaa Kiristoos Yesuusiitiin, seera cubbu'uutii fi du'aa jalaa na baaseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi seeri Lubbu, ka jireenna maro Kristo Yesotiifi nuu kennu, ya seera dabaatiifi ka duisa jala naa baase.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif seerii hafuuraa, ka jireenna marroo Kiristoo Yesusiitiif nuu kennu, ya seera cubbuutiif ka du'aallee jalaa na baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri Ayyaana Woyyu'uu ka Kiristoos Yesuusiin keessaa seera cubbu'uutii fi du'a jalaa wolabummaa waan nu baaseeruuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Seerri Ayyaana Woyyu'uu ka Kiristoos Yesuusiin keessa, seera cubbu'uutii fi du'a jalaa wolabummaa waan nu baaseeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jireenna Yesus Kristosiin ariggamu ka kennu seerri Hafuura Qulqullu'u, seera cubbu'uu fi du'aa jalaa bilisa ana baasee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri Ayyaana Woyyichaa, ka jiruu kennu karaa Kiristoos Yesuusiitiin, seera cubbu'uutii fi du'aa jalaa na baaseera.