Romans 8:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dadaan duudiin ta gatii hin qanne akka teetuuf itti murameera; kunille fedhii ifiitiin adoo hin te'in, fedhii Waaqa akka dadaan duudiin addi'iin eeggattu godheetiin teete.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi uumama ch'ufa ilaallaani, Woma imbahu jed'ani. Inni maro fed'i ufitiiniti, ammo maro Waaqi akasi fed'eefi akana tahe. Ammo abdi tanati jira:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif uumamaa cufaa laallaan, homaa hinba'u jedhan. Innii marroo fedhii ufitiinitii, ammoo marroo Waaqii akkasi fedheef akkana ta'e. Ammoo abdii tanaatti jira:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uumamni maruu ka gatii hin qabne akka ta'uuf itti murameera. Kun fedhii ufiitiin uduu hin ta'in fedhii Rabbiitiin; haa ta'uu ammo uumamni maruu akka abdi'iin eeggatu taasiseera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uumamni maruu ka gatii hin qabne akka ta'uuf itti murameera. Kunillee fedhii ufiitiin uduu hin ta'in fedhii Rabbiitiin, haata'uu ammo uumamni maruu akka abdi'iin eeggatu taasiseera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Uumaminni marrinuu tasa akka ta'uuf itti murtteeffamee jira, kun'llee fedha mataa isaatiin uduu hin ta'in, abddi'iin akka eeggatu ka taasise, fedhii Waaqa tiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dadi duudiin ta gatii hin qanne akka teetuuf itti murameera; kunille fedhii ifiitiin adoo hin te'in, fedhii Waaqa akka dadi duudiin addi'iin eeggattu godheetiin teete.