Romans 8:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Addiin sunille ta dadaan duudiin gaafa tokkko garbummaa badi'ii jalaa baatee, ulfinna bilisummaa ijoollee Waaqaa qoodantu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
uumama ch'ufaa guyya toko tissooma shama keesaa baasani, balchooma dansa ka ilmaani Waaqa qabdu argata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
uumama cufaa guyyaa tokko tissooma shamaa keessaa baasanii, balchooma dansaa ilmaan Waaqaa qabdu argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abdiin sunillee uumamni garbummaa badi'ii jalaa bilisa bayee gara ulfinna ijoollee Rabbiitiif ta'u gara wolabumma'aa akka gayuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abdiin sunillee uumamni garbumma'aa badi'ii jalaa bilisa bayee gara ulfinna ijoollee Rabbiitiif ta'u gara wolabuma'aa akka gayuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abddiin'llee uumaminni mataan isaatuu garbummaa badi'ii jalaa bilisa bayee, ijoollee Waaqaa woliin qoodamaa bilisumma'aatii fi ulfinnaa akka ta'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addiin sunille ta dadi duudiin gaafa tokko garbummaa badi'ii jalaa baatee, ulfinna bilisummaa ijoollee Waaqaa qoodantu.