Romans 8:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dadaan duudiinuu haga ammaa ciniissifatiisaan aadiisatti akka jirtu hin beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu imbeenna, aka haga amma uumami ch'ufti aka nad'eeni ch'ininfattu d'ukubsatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka haga ammaa uumamii cuftii akka nadheen ciniiffattuu dhukkubsatu nu inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uumamni maruu haga ammaa jigaan, worwaataa fi ciiniinsu'uun jiraatuu isaanii hin beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uumamni maruu haga ammaa jigaan worwaataa fi ciiniinsu'uun jiraatuu isaanii hin beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Uumaminni marrinuu bakka tokkotti haga adhaa titti sarddamaa ciniinisu'uutiin qabamee woyata irra jiraachuu ni beekinna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dadi duudiinuu haga ammaa ciniinsifatiisaan aadiisatti akka jirtu hin beenna.