Romans 8:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri inni dursee filate akka Ilma isaa fakkaatuu fi Ilmi isaalle obboleeyyan hedduu oddu'utti angafa akka te'uuf, waan Waaqi dursee murteesseeruuf tun teete.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra duri Waaqi fohate inni ya olkaye aka ilma isaa fakaatu aka oboleyaani hedduu ilmi angafa tahu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra durii Waaqii foohate innii ya akka ilma isaa fakkaatu olkaaye; akka obboleeyyaan hedduu ilmii angafa ta'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi isaa obboleewwan hedduu jiddu'utti hangafa akka ta'u, duraan dursee ka beeke bifa ilma isaa akka fakkaatan dursee murteesseera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmi isaa obboleewwan hedduu jiddu'utti hangafa akka ta'u, duraan dursee ka beeke bifa ilma isaa akka fakkaatan dursee murteesseera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee sababaan ta'eef durssee worra isaan beeke ijoollee isaa akka fakkaatanii fi obboleeyyan isaa baayi'ee jiddu'utti'llee hangafa akka ta'uuf, Waaqinni durssee waan murtteesseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri inni dursee filate akka Ilma isaa fakkaatuu fi Ilmi isaalle obboleeyyan hedduu oddu'utti angafa akka te'uuf, waan Waaqi dursee murteesseeruuf tun teete.