Romans 8:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra dursee murteesse waameera; worra waamelle balchoonseera; worra balchoonselle ulfeesseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Waaqi worra duri olkaye kaani yaame; yaamicha ch'allaaniti ammo d'uga heregeefi; d'uga ch'alla inherenneefi ammo guddinna ufile worraa qoode.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf Waaqii warra durii olkaaye kaan yaame; yaamicha callaanitii ammoo dhugaa herregeef; dhugaa calla hinherrenneef ammoo guddinna ufiillee warraa qoode.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dursee ka murteesse kanniin ammo hin waameen; worra waame kanniin ammo qajeellota taasise, worra qajeellota taasise kanniin ammo hin kabajje.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dursee ka murteesse kanniin ammoo hin waameen; worra waame kanniin ammoo qajeellota taasise, worra qajeellota taasise kanniin ammoo hin kabajje.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Durssee worra murtteesse ni waame, worra waamee'llee ni qulqulleesse, worra qulqullaayomsse'llee isaan ni kabaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra dursee murteesse waameera; worra waamelle balchoonseera; worra balchoonselle ulfeesseera.