Romans 8:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eentu itti mura ree? Kiristoos Yesuusiin du'ee, du'a keessaa ka'ee midda Waaqaa jiru, nu'uuf daadimatiisatti jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eentu dandae wollaala worrati mura? Kristo Yesoni la due, ammalle la duisa keesaa kaasani harka mirga ka Waaqa teesisani; inni Waaqa nu kad'ata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eentu danda'ee wallaala warraatti mura? Kiristoo Yesus la du'e, ammallee la du'a keessaa kaassanii harka mirgaa ka Waaqaa teesisan; innii Waaqaa nu kadhata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka itti murteessu eennu? Ka du'e, caala'atti ka worra du'an keessaa ka'ee ka mirga Rabbii jiru akkasuma waan keenna ka nuu kadhatu Yesuus Kiristoos.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka itti murteessu eennu? Ka du'e, caala'aatti ka worra du'an keessaa ka'ee ka mirgaa Rabbii jiru akkasuma waan keenna ka nuu kadhatu Yesuus Kiristoos.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eennu ka muritteessu? Yesus Kristos isaanitti ni murtteessa ree? Inni waayee kennaaf ka du'e, du'aa'llee ka'ee mirga Waaqa Abba'aatiin ka taa'e, waayee keennaaf'llee ni kadhatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eentu itti mura ree? Kiristoos Yesuusiin du'ee, du'a keessaa ka'ee midda Waaqaa jiru, nu'uuf daadimatiisatti jira.