Romans 8:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Garuu womaa moti; waan kana mara keessatti karaa ka nu jaallateetiin injifattoota caalleerra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyo, waan kana ch'ufa nu maro nama nu jaalatuufi dabsanna!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hiyyoo, waan kana cufaa nu marroo nama nu jaalatutiif dabsanna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana maraa keessatti ammo ka nu jaalate saniin mooyattoota hin caalla.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana maraa keessatti ammoo ka nu jaalate saniin mooyattoota hin caalla.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa ka nu jaalate Kristosiin wonittoota kanniin maraa injifachu'uun, worra injifattootaa maraa ni caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu womaa moti; waan kana mara keessatti karaa ka nu jaalateetiin injifattoota caalleerra.