Romans 8:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
wonna gubbaa jirulle te'ee wonni gad jala jiru, wonna dadaa mara keessa jirulle yoo te'e, jaalala Waaqi Goottaa keenna Kiristoos Yesuusiin nu jaallate irraa dande'ee gargar akka nu hin baanne mirkaneeffadheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafa gubbatiifi lafti gadileeni — wonti tokoleeni ta jaalala Waaqaatiini gargari nu baaftu injirtu, ta maro Kristo Yeso Aabbo keennatiifi teenna taate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
lafa gubbaatii fi laftii gadilleen-wantii tokkolleen ta jaalala Waaqaatiin gargarii nu baasaa hinjirtu, ta marroo Kiristoo Yesus Aabbo keennaatii fi teenna taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hunna qabeeyyii ol gubba'aa gad bu'u uumama addaallee yoo ta'e, jaalala Rabbii ka karaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin keessaan arganne keessaa akka nu baasuu hin dandeenne hubadheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
hunna qabeeyyii ol gubba'aa gad bu'u uumama addaallee yoo ta'e, jaalala Rabbii ka karaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin keessan arganne keessaa nu baasuu akka hin dandeenne hubadheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ol fageenna ta'ee gad bu'iinssa umaminni kum'llee yoo ta'e Gooftaa keenna Yesus Kristosiin ka arganne, jaalala Waaqaa irra nu fooyu'uuf ka danda'u wonitti tokko'llee akka hin jirre mirkaneeffadhee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
wonna gubbaa jirulle te'ee wonni gad jala jiru, wonna dada mara keessa jirulle yoo te'e, jaalala Waaqi Goottaa keenna Kiristoos Yesuusiin nu jaalate irraa dande'ee gargar akka nu hin baanne mirkaneeffadheera.