Romans 8:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nu worra akka fedha foonii adoo hin te'in, akka fedha Ayyaanaa leenu keessatti, wonni Seerri nu irraa gaafatu balchichi akka muummowuuf, Waaqi tana godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Waaqi waan kana tolcheefi, aka waan d'uga ka Seeri fed'u nuu tolchani, nu ka ammatana nafa gula iyaane ammo Lubbu gula yaanu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii Waaqii waan kana tolcheef, akka waan dhugaa ka seerii fedhu nuu warra akka fedhii nafaatiinii akka fedhii hafuuraa gula yaa'uu tolchan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka fedha Ayyaanaa malee, akka fedha fooniititti nu worra jiraanneef nuun seerri ajaja akka raawwatamuuf fooniin cubbuu irratti yakka mure.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka fedha Ayyaanaa malee, akka fedha fooniititti nu worra jiraanneef nuun seerri ajaja akka raawwatamuuf fooniin cubbuu irratti yakka mure.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka raawwateef fedhii fooniitiin uduu hin ta'in, hafuuraan ka dedeebinu nu'uun ajajinni seeraa ka sirrii ta'e akka raawwatamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nu worra akka fedha foonii adoo hin te'in, akka fedha Ayyaanaa leenu keessatti, wonni Seerri nu irraa gaafatu balchichi akka muummowuuf, Waaqi tana godhe.