Romans 8:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yaada fooniitiin moowamuun du'a fida; yaada Ayyaanaatiin moowamuun ammoo jiru'uu fi nageya kenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan nafa heregu indua, ammo nami waan Lubbu heregu jireennafi nagaya argata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii waan nafaa herreguu indu'a, namii ammoo waan hafuura herregu jireennaa fi nagayaa argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan foonii yaaduun du'a waan ta'eef; waan Ayyaana yaaduun ammo jireennaa fi nagaya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan foonii yaaduun du'a waan ta'eef waan Ayyaana yaaduun ammoo jireennaa fi nagaya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee waan foonii yaaduun du'a ni fida, waan hafuuraa yaaduun garuu jireennaa fi nagaya'llee ni fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaada fooniitiin mowamuun du'a fida; yaada Ayyaanaatiin mowamuun ammoo jiru'uu fi nageya kenna.