Romans 9:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani ka Kiristoosii waan te'eef dhuguma dubadha; ani hin sobu. Wodanaan kiyya ka Ayyaana Woyyichaan sooreffamulle, akka ani hin sonne dhugaa anaaf baya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini jed'u kunini waan d'ugaati; anini ka Kristoti, inkiyyibu. Qalbiini tiyya, Lubbu Qulqullo keesa, aka anini inkiyyimne nati himti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii anin jedhu kunin waan dhugaati; anin ka Kiristootii, hinkiyyibu. Qalbiin tiyya, Hafuura Qulqulloo keessa, akka anin hinkiyyimne naatti himti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadda gudda'aa fi dhiphachuu addaan hin cinnetu garaa kiyya keessa jira yoo jedhu, Kiristoosiin keessa ta'ee dhugaa dubbadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gadda gudda'aa fi dhiphachuu addaan hin cinnetu garaa kiyya keessa jira yoo jedhu, Kiristoosiin keessa ta'ee dhugaa dubbadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristosiin dhugaa ni dubbadha, hin sobu'lle'e, sammuun kiyya ka Hafuura Qulqullu'uun eemaramu'llee, akka ani hin sobinne naaf ragaa ni baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ka Kiristoosii waan te'eef dhuguma dubbadha; ani hin sobu. Wodanaan kiyya ka Ayyaana Woyyichaan sooreffamulle, akka ani hin sonne dhugaa naaf baya.