Romans 9:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kana qofaa moti, Ribqaan ilmaan lakkuu abbuma tokkochaaf, abbaa sanyii teennaa Yisihaaqiif yennaa ulfootte,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tana ch'allaaniti. Ilmaani Rebeka lamaani abba toko, qabdi abaabo keenna Isaaqo.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tana callaaniti, ilmaan Ribqaa lamaan abbaa tokko qabdi; inniilleen abaaboo keenna Isaaq.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana calla'aa miti; Ribqaan akkasuma abbaa keenna tokkocha Yisaaqiin irraa hennaa ulfoofte,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana calla'aa miti; Ribqaan akkasuma abbaa keenna tokkocha Yisaaqiin irraa hennaa ulfoofte,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana qofa'llee uduu hin ta'in Ribqaan abbaa gosa teennaa ka'e Yishaaqiin irraa ijoollee lakkuu yeroo ulfoofttetti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana qofaa moti, Ribqaan ilmaan lakkuu abbuma tokkochaaf, abbaa sanyii teennaa Yisihaqiif yennaa ulfootte,