Romans 9:12 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Ribqa'aan, “Angafichi maandhicha tajaajila” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hangafni maandha'aa ajajama» isi'iin jedhame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Hangafni maandha'aa ajajama» isi'iin jedhame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Ribqa'aan, «Hangafnni maandha'aaf bitamaa ni ta'a» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Ribqa'aan, «Angafichi maandhicha tajaajila» jedhe.