Romans 9:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona maan jenna ree? Waaqi sirri'ii moti jedhuu dandeennaa? Ijjummaa hin dandeennu!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maani jenna re? Waaqi d'uga imbeekhu? Hiyyo, akasi injennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maan jenna ree? Waaqii dhugaa hinbeekuu? Hiyyoo, akkasi hinjennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu maal jenna? Rabbiin bira haammeenni hin jiraa? miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu maal jenna? Rabbiin bira haammenni hin jiraa ree? miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa maal jenna ree? Waaqinni ni dala jechu'uuf ni dandeenna ree? Waaqinni ni dala jechu'uuf gonkumaa hin danddeennu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona maan jenna ree? Waaqi sirri'ii moti jedhuu dandeennaa? Ijjumaa hin dandeennu!