Romans 9:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Muuse'een, “Ani kama mararuu barbaadeef marara; kama nawuu barbaadeefille naya” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi inni waan Musani jed'e, Anini nama fed'u naha, nama fed'u qarqaara.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif innii Muuseen, “Anin nama fedhuu na'a, nama fedhu qarqaara” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Ka araaramu maraafuu hin araarama; ka garaa laafu maraafuu garaa laafa» waan jedhuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi Muuse'een, «Ka araaramu maraafuu hin araarama; ka garaa laafu maraafuu garaa laafa» waan jedhuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Muse'een, «Ka dhiifama isaa taasisuu barbaaddeef ni dhiifama ni taasisaaf, ka gara laafu'uufii ka barbaadee'llee garaa ni laafaaf» jedheenii jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Muuse'een, «Ani kama mararuu barbaadeef marara; kama nawuu barbaadeefille naya» jedhe.