Romans 9:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf, wonni marti marartii Waaqaa qofa irratti hundootti malee, waan nami fedhu yookiin godhu irrattii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi wonti nami tolchu yokhaani fed'u woma keesa injirtu, ammo naasu Waaqaati waan ch'ufa dura jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf wantii namii tolchu yokaan fedhuu, homaa keessa hinjirtu, ammoo naasuu Waaqaatti waan cufaa dura jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu araarri worra jaalateefii miti; yookaan ka fiigeefii miti. Rabbii araara namaa kennu irraa malee.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu araarri worra jaalateefii miti; yookiin ka fiigeefii miti. Rabbii araara namaa kennu irraa malee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf filannoon Waaqaa ka argamu fedhii namaatii fi hujii namaatiin uduu hin ta'in, dhiifama Waaqaatiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, wonni marti marartii Waaqaa qofa irratti hundootti malee, waan nami fedhu yookiin godhu irrattii moti.