Romans 9:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Waaqi nama fedhe marara, nama fedhelle mataa jabeessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Waaqi nama fed'u naha, nama fed'ule mata jabeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf Waaqii nama fedhuu na'ee, nama fedhuullee mataa jabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu Rabbi ka araara fedhuuf hin araarama; ka hin feene ammo mataa jabeessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu Rabbi ka araara fedhuuf hin araarama; ka hin feene ammoo mataa jabeessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Waaqinni ka barbaadu ni qorataan, ka barbaade'llee morkkataa ni taasisaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Waaqi nama fedhe marara, nama fedhelle mataa jabeessa.