Romans 9:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin keessaa nami tokko, “Yoo akkana teete, Waaqi attam dande'ee balleessaa nama irratti dhagga? Fedhii Waaqaa eentu mormuu dande'a?” anaan hin jedha fa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hegeri atini waan naani jettu, Yo wonti kunini d'uga taate, Waaqi akami wollaala namati mura? Eentu dandae waan Waaqi fed'u dida?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ati hegerii: “Yo wantii kunin dhugaa taate, Waaqii akkam wallaala namaatti mura? Eentu danda'ee waan Waaqii fedhu dida?” Naan jetta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu «Maaf haga ammaa Rabbi dogoggora nu irraa barbaada ree? Ka fedha isaa mormu eennu?» naan jetta ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Eegasuu maali'iif haga ammaa Rabbi dogoggora nurraa barbaada ree? Ka fedha isaa mormu eennu?» naan jetta ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf, «Fedhii Waaqaa mormmuu eennu'llee hin danda'u, eegaa, inni namoota hujii hamaa isaaniitiin maali'iif isaan gilndisa?» jettee, ana ni gaafatta ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessaa nami tokko, «Yoo akkana teete, Waaqi attam dande'ee balleessaa nama irratti dhagga? Fedhii Waaqaa eentu mormuu dande'a?» anaan hin jedha fa'a.